Maatewos 7:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 “Kanaafuu, wanta namoonni akka isiniif godhan barbaaddan hundumaa isinis isaaniif godhaa.+ Wanti Seerichii fi Raajonni jedhanis kanuma.+
12 “Kanaafuu, wanta namoonni akka isiniif godhan barbaaddan hundumaa isinis isaaniif godhaa.+ Wanti Seerichii fi Raajonni jedhanis kanuma.+