- 
	                        
            
            Uumama 34:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
5 Yaaqoob Sheekem intala isaa Diinaa akka salphise* yeroo dhagaʼetti, ilmaan isaa horii isaa wajjin dirree keessa turan. Kanaafuu, Yaaqoob hamma isaan deebiʼanitti calluma jedhe.
 
 -