-
Leewwota 21:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Namni mudaa kana qabu kam iyyuu hin dhihaatin: nama qaro dhabeessa taʼe yookiin nama naafa taʼe yookiin bifti fuula isaa bade* yookiin nama harki yookiin miilli isaa tokko dheeratu,
-
-
Isaayyaas 56:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Yihowaan xuʼaashota sanbatawwan isaa* eegan, warra wanta isa gammachiisu filatanii fi kakuu isaatti maxxananiin akkana jedha:
5 “Ani mana koo keessatti, dallaawwan koo keessattis siidaa yaadannoo fi maqaa,
Isa ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa irra caalu isaaniif nan kenna.
Maqaa bara baraa,
Isa hin badne isaaniif nan kenna.
-