18 Isaan yommuu lafa onaa keessa deemanitti, biyya Edoomii+ fi biyya Moʼaab irraa goranii darban. Biyya Moʼaab+ irraa kallattii bahaatiin imalanii naannoo Arnoon keessa buufatan; Arnoon daangaa Moʼaab+ waan turteef isaan daangaa Moʼaab keessa hin seenne.