-
Uumama 46:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Horiiwwanii fi miʼawwan isaanii warra biyya Kanaʼaanitti walitti qabatanii turanis ni fudhatan. Akka kanaan Yaaqoobii fi maatiin isaa warri isaa wajjin turan hundi gara Gibxiitti dhufan.
-
-
Faarfannaa 105:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Achiis Israaʼel gara Gibxii ni dhufe,+
Yaaqoobis nama biyya ormaa taʼee biyya Kaam keessa jiraate.
-