Leewwota 26:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Isin gidduu nan deddeebiʼa; Waaqa keessanis nan taʼa;+ isin immoo saba koo ni taatu.+