LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 14:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Kana malees, biyyattii keessa dhiironni mana qulqullummaa keessatti dhiirotaa wajjin saalqunnamtii raawwatan jiru turan.+ Isaan wantoota jibbisiisoo saboonni Yihowaan Israaʼelota duraa ariʼe sun raawwachaa turan hunda ni raawwatan.

  • 2 Mootota 23:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kana malees, manneen dhiirota mana qulqullummaa keessatti dhiirotaa wajjin saalqunnamtii raawwatanii+ ni diige; manneen kun mana Yihowaa keessa kan turan yeroo taʼu, dubartoonnis manneen sagadaa utubaa waaqeffannaatiif* achitti dunkaana hodhu turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi