Yoonaas 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Ani garuu sagalee galataatiin aarsaa siif nan dhiheessa. Wantan wareeges nan raawwadha.+ Fayyinni Yihowaa biraa argama.”+
9 Ani garuu sagalee galataatiin aarsaa siif nan dhiheessa. Wantan wareeges nan raawwadha.+ Fayyinni Yihowaa biraa argama.”+