Maatewos 6:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Nyaata harʼaaf nu barbaachisu harʼa nuuf kenni;+ Roomaa 13:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Jaalalli wanta hamaa nama irratti hin hojjetu;+ kanaafuu, namni nama jaallatu seericha akka gaariitti raawwata.+
10 Jaalalli wanta hamaa nama irratti hin hojjetu;+ kanaafuu, namni nama jaallatu seericha akka gaariitti raawwata.+