Iyyoob 24:9, 10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Mucaan abbaa hin qabne harma irraa butamee fudhatameera;+Uffanni hiyyeeyyiis liqiidhaaf qabsiisa godhamee fudhatameera;+10 Uffata malee qullaa isaanii akka deeman isaan dirqisiisu,Bissii midhaanii utuma baatanii jiraniis ni beelaʼu.
9 Mucaan abbaa hin qabne harma irraa butamee fudhatameera;+Uffanni hiyyeeyyiis liqiidhaaf qabsiisa godhamee fudhatameera;+10 Uffata malee qullaa isaanii akka deeman isaan dirqisiisu,Bissii midhaanii utuma baatanii jiraniis ni beelaʼu.