LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 19:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Nama hin gowwoomsin,+ akkasumas hin saamin.+ Mindaa nama mindeeffamee hojjetu tokkoo hamma ganamaatti of bira hin bulchin.+

  • Ermiyaas 22:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Nama qajeelummaa dabsuudhaan mana ijaarratuuf,

      Haqa jalʼisuudhaanis kutaawwan fooqii irraa ijaarratuuf,

      Nama tolaan nama kan biraa hojjechiifatuuf,

      Isa mindaa isaa kaffaluu diduufis, wayyoo!+

  • Maatewos 20:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 “Yommuu dhihus gooftaan maasii wayinii sanaa itti gaafatamaa hojjettootaatiin, ‘Hojjettoota waamiitii isa dhuma irratti mindeeffame irraa jalqabiitii hamma isa dura mindeeffameetti mindaa isaanii isaaniif kaffali’+ jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi