-
Iyyaasuu 12:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Mootii Amoorotaa kan taʼe Sihoon+ isa Heshboon keessa jiraachaa turee fi Aroʼer+ ishii qarqara Sulula* Arnoonitti+ argamtu, walakkaa sululichaa fi walakkaa Giiliyaad irraa hamma Sulula* Yaaboq isa daangaa Amoonotaa taʼetti bulchaa ture. 3 Akkasumas, inni Arabaa kallattii bahaatiin hamma Galaana Kinereetitti,*+ akkasumas hamma Galaana Arabaa, jechuunis Galaana Soogiddaa* isa Beet Yeshiimoot irraa kallattii bahaatiin argamuutti, kallattii kibbaatiin immoo hamma naannoo irraan gadee Phisgaa+ jalatti argamuutti bulchaa ture.
-