LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 13:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Achittis Nefiliimota, jechuunis ilmaan Anaaq+ warra sanyii Nefiliim taʼan argineerra; ija keenyaanis taʼe ija isaaniitiin yeroo wal bira qabamnee ilaalamnu nuti isaaniif akka kuruphisaa ti.”

  • Keessa Deebii 9:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 “Yaa Israaʼel dhagaʼi, ati harʼa Yordaanosiin ceetee+ seenuudhaan biyya saboota si caalaa guguddoo fi ciccimoo taʼan,+ magaalota guguddoo dallaawwan dhagaa samii bira gaʼan qaban,+ 2 warra namoota guguddoo fi dhedheeroo taʼan, jechuunis ilmaan Anaaqiim+ warra ati waaʼee isaanii beektuu fi ‘Eenyutu ilmaan Anaaqiim dura dhaabbachuu dandaʼa?’ yeroo jedhamu dhageesse sana qaban ni fudhatta.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi