- 
	                        
            
            Keessa Deebii 26:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
13 Achiis Waaqa kee Yihowaa duratti akkana jetta: ‘Akkuma ati na ajajjetti, gaʼee qulqulluu taʼe hundumaa mana koo keessaa baasee, Leewwichaaf, nama biyya ormaatiif, mucaa abbaa hin qabnee fi dubartii abbaan manaa irraa duʼeef+ kenneera. Ani ajajawwan kee hin cabsine yookiin hin tuffanne.
 
 -