LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 38:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Ilma angafaa Yihudaa kan taʼe Eer garuu Yihowaa gaddisiisa ture; kanaafuu, Yihowaan isa ajjeese. 8 Kanaan kan kaʼes Yihudaan Onaaniin, “Haadha manaa obboleessa keetii wajjin saalqunnamtii raawwadhu; ishiis fuudhii wanta waarsaa irraa eegamu raawwadhuutii obboleessi kee sanyii akka qabaatu godhi” jedhe.+

  • Ruut 4:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Achiis Boʼaaz, “Guyyaa Naaʼomii irraa laficha bitattutti, dhaalli isaa maqaa namicha duʼe sanaatiin akka waamamuuf, Ruut nama biyya Moʼaab ishii haadha manaa namicha duʼe sanaa taate irraas bitachuu qabda”+ isaan jedhe.

  • Maarqos 12:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 “Barsiisaa, Museen obboleessi nama tokkoo utuu dhala hin godhatin haadha manaa isaa dhiisee yoo duʼe, obboleessi isaa ishii fuudhee inni sanyii akka qabaatu akka godhu nuu barreesseera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi