Leewwota 19:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 “‘Dheerina, ulfaatina yookiin hamma wanta tokkoo safaruuf safartuu sirrii hin taanetti hin fayyadaminaa.+
35 “‘Dheerina, ulfaatina yookiin hamma wanta tokkoo safaruuf safartuu sirrii hin taanetti hin fayyadaminaa.+