4 Amma Waaqni keessan Yihowaan akkuma waadaa isaaniif galetti obboloota keessaniif boqonnaa kenneera.+ Kanaafuu, amma gara dunkaanota keessan warra biyya Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼe akka dhaaltaniif Yordaanos gamatti isiniif kenne keessa jiranitti deebiʼuu dandeessu.+