LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 28:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Akka kanaan Yisihaaq Yaaqoobiin ni geggeesse; innis gara Phaadaan Aaraam, gara Laabaan ilma Beetuʼel Aaraamichaatti+ ni qajeele; Laabaan obboleessa Ribqaa+ ishii haadha Yaaqoobii fi Esaawu taate sanaa ti.

  • Hoseʼaa 12:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yaaqoob gara naannoo* Aaraamitti*+ baqate;

      Israaʼel+ haadha manaa argachuuf achitti ni tajaajile,+

      Haadha manaa argachuuf jedhee hoolota ni tikse.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi