Uumama 46:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Waaqayyos akkana isaan jedhe: “Ani Waaqa dhugaa isa Waaqa abbaa keetii taʼe sana dha.+ Achitti saba guddaa waanan si godhuuf, gara Gibxiitti gad buʼuu hin sodaatin.+ Hojii Ergamootaa 7:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Kanaafuu, Yaaqoob gara Gibxiitti gad ni buʼe;+ inni achitti ni duʼe;+ abbootiin keenyas achitti duʼan.+
3 Waaqayyos akkana isaan jedhe: “Ani Waaqa dhugaa isa Waaqa abbaa keetii taʼe sana dha.+ Achitti saba guddaa waanan si godhuuf, gara Gibxiitti gad buʼuu hin sodaatin.+
15 Kanaafuu, Yaaqoob gara Gibxiitti gad ni buʼe;+ inni achitti ni duʼe;+ abbootiin keenyas achitti duʼan.+