LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 6:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Dubbiin ani harʼa si ajaju kun garaa kee keessa haa taaʼu;

  • Keessa Deebii 11:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Waaqa kee Yihowaa jaalladhu;+ yeroo hundumaas dirqama inni si irraa eegu, dambiiwwan isaa, heerawwan isaa fi ajajawwan isaa eegi.

  • Faarfannaa 119:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  34 Seera kee akkan hojii irra oolchuuf,

      Garaa koo guutuudhaanis akkan isa eeguuf,

      Hubannaa naaf kenni.

  • 1 Yohaannis 5:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Waaqayyoon jaallachuu jechuun ajajawwan isaa eeguu dha;+ ajajawwan isaa immoo baʼaa ulfaatoo miti;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi