LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 7:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Ati Waaqa kee Yihowaadhaaf saba qulqulluu dha; Waaqni kee Yihowaan saboota lafa irra jiraatan hundumaa keessaa saba isaa, isa isaaf qabeenya addaa* taʼe akka taatu si filateera.+

  • Keessa Deebii 28:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 “Ati ajajawwan isaa warra ani harʼa si ajaju kana of eeggannoodhaan raawwachuudhaan mamii tokko malee sagalee Waaqa kee Yihowaa yoo dhageesse, Waaqni kee Yihowaan dhugumaan saboota lafa irraa kaan hundumaa irra ol si qaba.+

  • Keessa Deebii 28:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Ati yeroo hundumaa ajajawwan Waaqa kee Yihowaa waan eegduu fi daandiiwwan isaa irra waan deemtuuf, Yihowaan akkuma siif kakatetti+ saba qulqulluu ofii isaatiif taʼu godhee jabeessee si dhaaba.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi