LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 27:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yeroo kanatti Yihudaan inni dabarsee isa kenne, Yesuusitti murteeffamuu isaa yommuu argu, gaabbee saantima meetii 30 sana dura buutota lubootaa fi maanguddootatti deebisuudhaan,+ 4 “Ani dhiiga nama qulqulluu dabarsee kennuudhaan cubbuu hojjedheera” jedhe. Isaanis, “Maaltu nu  galche ree? Dhimma mataa kee ti!”  jedhan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi