- 
	                        
            
            Keessa Deebii 7:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
23 Waaqni kee Yihowaan harka keetti dabarsee isaan ni kenna; hamma isaan haxaaʼamanii balleeffamanittis guutummaatti isaan ni moʼa.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            2 Seenaa Baraa 14:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
13 Aasaanii fi namoonni isaa wajjin jiran hamma Geraaritti+ isaan ni ariʼan; Yihowaanii fi raayyaan waraanaa isaa waan isaan haleelaniif warri Itoophiyaa ni dhuman; isaan keessaa namni tokko illee lubbuudhaan hin oolle. Sana booda boojuu hedduu ni fudhatan.
 
 -