-
Lakkoofsa 22:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 isaan baayʼee hedduu waan turaniif Moʼaab saba sanaan kan kaʼe akka malee ni sodaate; dhuguma iyyuu, Moʼaab Israaʼelotaan kan kaʼe sodaadhaan ni romʼe.+
-
-
Iyyaasuu 5:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Mootonni Amoorotaa+ warri Yordaanos irraa kallattii dhihaatiin* argaman hundii fi mootonni Kanaʼaanotaa+ warri galaanicha biratti argaman hundi Yihowaan Israaʼelonni hundi hamma ceʼanitti bishaan Yordaanos isaan duratti gogsuu isaa akkuma dhagaʼaniin baayʼee ni sodaatan;*+ Israaʼelotaan kan kaʼes onnachuu hin dandeenye.*+
-