Leewwota 19:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Gara waaqolii gatii hin qabnetti hin garagalinaa+ yookiin sibiila baqfame irraa ofii keessaniif waaqolii hin tolfatinaa.+ Ani Waaqa keessan Yihowaa dha.
4 Gara waaqolii gatii hin qabnetti hin garagalinaa+ yookiin sibiila baqfame irraa ofii keessaniif waaqolii hin tolfatinaa.+ Ani Waaqa keessan Yihowaa dha.