Lakkoofsa 21:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Kanaan kan kaʼes, Israaʼel magaalota kana hundumaa ni fudhate; isaan Heshboonii fi magaalota ishii jalatti* argaman dabalatee, magaalota Amoorotaa+ hundumaa keessa jiraachuu jalqaban.
25 Kanaan kan kaʼes, Israaʼel magaalota kana hundumaa ni fudhate; isaan Heshboonii fi magaalota ishii jalatti* argaman dabalatee, magaalota Amoorotaa+ hundumaa keessa jiraachuu jalqaban.