-
Nahimiyaa 9:37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 Oomishni hedduun ishiin kennitu mootota warra sababii cubbuu keenyaatiin ati nu irratti muuddeef taʼaa jira.+ Isaan akka barbaadanitti qaama keenyaa fi horiiwwan keenya irratti ajajaa jiru; nutis dhiphina guddaa keessa jirra.
-