-
Keessa Deebii 11:26-28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 “Kunoo, ani harʼa eebbaa fi abaarsa kana isin dura kaaʼeera:+ 27 ajajawwan Waaqa keessan Yihowaa isa ani harʼa isin ajaju yoo eegdan eebba argattu;+ 28 ajajawwan Waaqa keessan Yihowaa eeguu yoo diddan, daandii akka hordoftan ani harʼa isin ajaju kana irraa yoo gortanii fi waaqolii hin beekne duukaa yoo buutan garuu abaarsatu isin irra gaʼa.+
-