Ermiyaas 4:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kunoo, inni akkuma duumessa bokkaa of keessatti qabateetti ni dhufa,Gaariiwwan fardaa isaas akkuma obomboleettii ti.+ Fardeen isaa risaa caalaa saffisa qabu.+ Waan mancaaneef, nuuf wayyoo! Hoseʼaa 8:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Xurumbaa afuufi!+ Isaan kakuu koo waan cabsaniif,+ seera koo irrattis cubbuu waan hojjetaniif,+Diinni akka risaatti gara mana Yihowaatti dhufaa jira.+
13 Kunoo, inni akkuma duumessa bokkaa of keessatti qabateetti ni dhufa,Gaariiwwan fardaa isaas akkuma obomboleettii ti.+ Fardeen isaa risaa caalaa saffisa qabu.+ Waan mancaaneef, nuuf wayyoo!
8 “Xurumbaa afuufi!+ Isaan kakuu koo waan cabsaniif,+ seera koo irrattis cubbuu waan hojjetaniif,+Diinni akka risaatti gara mana Yihowaatti dhufaa jira.+