Amoos 9:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Diinota isaaniitiin boojuudhaan yoo fudhataman,Achitti goraadee nan ajaja, innis isaan ajjeesa;+Ani gaariidhaaf utuu hin taʼin hamaadhaaf jedhee ija koo isaan irra nan kaaʼa.+
4 Diinota isaaniitiin boojuudhaan yoo fudhataman,Achitti goraadee nan ajaja, innis isaan ajjeesa;+Ani gaariidhaaf utuu hin taʼin hamaadhaaf jedhee ija koo isaan irra nan kaaʼa.+