Roomaa 11:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 kunis akkuma, “Ijji isaanii akka hin arginee fi gurri isaanii akka hin dhageenyeef, Waaqayyo hamma guyyaa harʼaatti+ hafuura hirriba cimaa isaanitti buuse”+ jedhamee barreeffametti dha.
8 kunis akkuma, “Ijji isaanii akka hin arginee fi gurri isaanii akka hin dhageenyeef, Waaqayyo hamma guyyaa harʼaatti+ hafuura hirriba cimaa isaanitti buuse”+ jedhamee barreeffametti dha.