Baʼuu 12:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Uummanni walitti makame*+ hedduunis isaanii wajjin ni deeme; kana malees isaan bushaayeewwanii fi loon, jechuunis horiiwwan baayʼee hedduu taʼan fudhatanii deeman.
38 Uummanni walitti makame*+ hedduunis isaanii wajjin ni deeme; kana malees isaan bushaayeewwanii fi loon, jechuunis horiiwwan baayʼee hedduu taʼan fudhatanii deeman.