Keessa Deebii 11:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Garaan keessan isin gowwoomsee daandicha irraa akka gortan, waaqolii kan biroo akka waaqeffattanii fi isaaniif akka sagaddan akka isin hin goone of eeggadhaa.+ Ibroota 3:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yaa obbolootaa, isin keessaa namni kam iyyuu Waaqa isa jiraataa irraa fagaachuudhaan garaa hamaa amantii hin qabne akka hin qabaanne of eeggadhaa;+
16 Garaan keessan isin gowwoomsee daandicha irraa akka gortan, waaqolii kan biroo akka waaqeffattanii fi isaaniif akka sagaddan akka isin hin goone of eeggadhaa.+
12 Yaa obbolootaa, isin keessaa namni kam iyyuu Waaqa isa jiraataa irraa fagaachuudhaan garaa hamaa amantii hin qabne akka hin qabaanne of eeggadhaa;+