12 Akka kanaan isaan Yihowaa isa Waaqa abbootii isaanii taʼee fi biyya Gibxii keessaa isaan baase ni dhiisan.+ Akkasumas waaqolii kan biroo, jechuunis waaqolii saboota naannoo isaaniitti argamanii duukaa buʼan;+ isaaniif sagaduudhaanis Yihowaa ni dheekkamsiisan.+