-
Baʼuu 3:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Yihowaanis Museen ilaaluuf itti siquu isaa yommuu argu harangamaa sana keessaa, “Musee! Musee!” jedhee isa waame; innis, “Kunoo, asan jira” jedhee deebise. 5 Achiis inni, “Kana caalaa as hin siqin. Bakki ati dhaabbatte lafa qulqulluu waan taʼeef kophee kee of irraa baasi” isaan jedhe.
-