Keessa Deebii 31:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Achiis inni* Iyyaasuu ilma Nuuniin muudee,+ “Biyya ani isaaniif kakadhetti Israaʼelota kan galchu si waan taʼeef+ onnadhu, cimis;+ ani yeroo hundumaa sii wajjin nan taʼa” isaan jedhe.
23 Achiis inni* Iyyaasuu ilma Nuuniin muudee,+ “Biyya ani isaaniif kakadhetti Israaʼelota kan galchu si waan taʼeef+ onnadhu, cimis;+ ani yeroo hundumaa sii wajjin nan taʼa” isaan jedhe.