Iyyaasuu 6:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Luboonni torbas xurumbaa* torba qabatanii Taaboticha dura akka buʼan godhaa. Guyyaa torbaffaatti garuu, siʼa torba magaalattiitti marsaatii naannaʼaa; luboonnis xurumbaa sana haa afuufan.+
4 Luboonni torbas xurumbaa* torba qabatanii Taaboticha dura akka buʼan godhaa. Guyyaa torbaffaatti garuu, siʼa torba magaalattiitti marsaatii naannaʼaa; luboonnis xurumbaa sana haa afuufan.+