-
Iyyaasuu 6:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Achiis Iyyaasuun, “Hin iyyinaa, sagalee keessanis hin dhageessisinaa. Hamman, ‘Iyyaa’ isiniin jedhutti sagaleen tokko illee afaan keessan keessaa hin baʼin. Sana booda iyyaa” jedhee sabicha ajaje.
-