21 Wantoota boojiʼaman sana keessatti uffata gaarii fi bareedaa Shinaar+ irraa dhufe, meetii sheeqilii 200 fi warqii battee sheeqilii 50 madaalu nan arge; waanan hawweefis nan fudhadhe. Ammas wantoonni sun dunkaana koo keessa lafa keessa awwaalamanii jiru; maallaqichis isaan jala jira.”