Iyyaasuu 7:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Namni wanti guutummaatti balleeffamuu qabu isa biratti argame kakuu Yihowaa waan cabseef,+ akkasumas Israaʼel keessatti gocha salphinaa waan raawwateef, innis taʼe wanti kan isaa taʼe hundi ibiddaan ni gubama.”’”+
15 Namni wanti guutummaatti balleeffamuu qabu isa biratti argame kakuu Yihowaa waan cabseef,+ akkasumas Israaʼel keessatti gocha salphinaa waan raawwateef, innis taʼe wanti kan isaa taʼe hundi ibiddaan ni gubama.”’”+