-
Iyyaasuu 8:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Anii fi namoonni anaa wajjin jiran hundi gara magaalattiitti ni dhihaanna; akkuma kanaan duraa yeroo isaan nutti dhufan,+ nuti immoo isaan jalaa ni baqanna.
-