-
Iyyaasuu 8:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Yommuu baʼanii nu duukaa buʼanittis nuti magaalattii irraa isaan ni fageessina; isaanis, ‘Isaan akkuma kanaan duraa nu jalaa baqachaa jiru’+ jedhu. Nutis isaan jalaa ni baqanna.
-