20 Achiis yeroo xurumbaan afuufametti sabichi ni iyye.+ Sabichi sagalee xurumbaa akkuma dhagaʼeen, akkasumas akkuma iyya waraanaa dhageessiseen dallichi ni jige.+ Sana booda namoonni sun ol baʼanii, tokkoon tokkoon isaanii kallattiidhaan gara fuulduraatti qajeelanii magaalattii qabatan.