-
Iyyaasuu 8:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Israaʼelonni jiraattota Aay hundumaa dirree keessatti, jechuunis lafa onaa bakka jiraattonni Aay isaan ariʼaa turan keessatti ajjeesanii erga isaan fixanii booda, namoonni hafan hundis goraadeedhaan erga rukutamanii booda, Israaʼelonni hundi gara Aayitti deebiʼanii goraadeedhaan ishii rukutan.
-