-
Keessa Deebii 20:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 “Magaalaa tokko waraanuuf yommuu gara ishiitti dhihaattu, dhaamsa nagaa ishiidhaaf labsi.+
-
-
Keessa Deebii 20:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 “Magaalota si irraa baayʼee fagaatanii jiran hundumaa irratti akkana goota; magaalota saboota sitti dhihoo jiranii irratti garuu akkana hin gootu.
-