LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 8:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Israaʼelonni jiraattota Aay hundumaa dirree keessatti, jechuunis lafa onaa bakka jiraattonni Aay isaan ariʼaa turan keessatti ajjeesanii erga isaan fixanii booda, namoonni hafan hundis goraadeedhaan erga rukutamanii booda, Israaʼelonni hundi gara Aayitti deebiʼanii goraadeedhaan ishii rukutan.

  • Iyyaasuu 8:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Achiis Iyyaasuun mootii Aayiin hamma galgalaatti muka irratti ni fannise; yeroo aduun lixuuf jettuttis reeffa isaa muka irraa akka buusan ni ajaje.+ Isaanis reeffa isaa karra magaalattii biratti gatanii tuullaa dhagaa guddaa isa irra ni tuulan; tuullaan sunis hamma harʼaatti achuma jira.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi