-
Iyyaasuu 23:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Isiniif lolaa kan ture Waaqa keessan Yihowaa waan taʼeef,+ wanta Waaqni keessan Yihowaan isiniif jecha saboota kana hundumaa irratti raawwate hunda ijuma keessaniin argitaniittu.
-