-
Iyyaasuu 10:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Yihowaanis Israaʼelota duratti akka burjaajaʼan godhe;+ isaanis Gibeʼonitti isaan ni fixan; daandii gara Beet Hooronitti ol baasuun isaan duukaa buʼanii, hamma Azeeqaa fi hamma Maaqedaatti isaan haleelan.
-
-
Iyyaasuu 15:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Gosti Yihudaa akka maatii maatii isaaniitti dhaalli isaanii kana ture.
-
-
Iyyaasuu 15:41Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
41 Gederoot, Beet Daagon, Naʼaamaa fi Maaqedaa;+ magaalota 16 fi gandeen isaanii.
-