Baʼuu 23:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 “Utuu ati achi hin gaʼin isaan akka na sodaatan nan godha;+ saboonni si lolan hundi akka burjaajaʼan nan godha; diinonni kee hundi moʼamanii si duraa akka baqatan* nan godha.+ Keessa Deebii 2:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Harʼa namoota samii jalatti argaman warra waaʼee kee dhagaʼan hundumaa irratti sodaa buusuu nan jalqaba. Isaan sababii keessaniin ni jeeqamu, ni romʼus.’*+ Keessa Deebii 11:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Namni tokko illee isin dura hin dhaabbatu.+ Akkuma isin abdachiisettis Waaqni keessan Yihowaan guutummaan biyya isin keessa deemtan sanaa isiniin kan kaʼe akka romʼuu fi akka sodaatu ni godha.+
27 “Utuu ati achi hin gaʼin isaan akka na sodaatan nan godha;+ saboonni si lolan hundi akka burjaajaʼan nan godha; diinonni kee hundi moʼamanii si duraa akka baqatan* nan godha.+
25 Harʼa namoota samii jalatti argaman warra waaʼee kee dhagaʼan hundumaa irratti sodaa buusuu nan jalqaba. Isaan sababii keessaniin ni jeeqamu, ni romʼus.’*+
25 Namni tokko illee isin dura hin dhaabbatu.+ Akkuma isin abdachiisettis Waaqni keessan Yihowaan guutummaan biyya isin keessa deemtan sanaa isiniin kan kaʼe akka romʼuu fi akka sodaatu ni godha.+