Iyyaasuu 21:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Leewwonni warri hafan, jechuunis maatiiwwan Meraarotaa+ gosa Zaabiloon+ keessaa kanneen kana ni fudhatan: Yoqneʼaam+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Qaartaa iddoowwan dheedichaa ishii wajjin,
34 Leewwonni warri hafan, jechuunis maatiiwwan Meraarotaa+ gosa Zaabiloon+ keessaa kanneen kana ni fudhatan: Yoqneʼaam+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Qaartaa iddoowwan dheedichaa ishii wajjin,